FINFINNEE —
Warshaan zeeytii nyaata guyyaatti leetira kuma dhibba jaha oomisha, jedhame dhaabbata Medrook Itiyoophiyaa jedhamuun Finffineetti akka ijaaramuuf deemu himamee jira.Ijaarsichaaf Qarshii Itiyoophiyaa Biiliyoona Afur tu ramadameef, jedhama.