Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manneen Barnootaa Oromiyaa Keessatti Hojii Kalaqaa Guddisuuf Leenjiin Kenname


Manneen barnootaa Oromiyaa keessatti argaman akka wiirtuu Saayinsiifi fi kalaqaa hundeessanii hojii kalaqaa shaakalanii fi gabbisan gargaaruuf dhaabbanni, miti-mootummaa “Monad Development Pawn” jedhamu Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin hojjachaa jira.

Dhaabbatichi dhiheenya, waajjiraalee barnootaa Godinaalee Oromiyaa 20 irraa walitti bahaniif Finfinneetti leenjii hojii waa uuminsaa yokaan kalaqaa jajjabeessuu kennee jira.

please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG