Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yuvarsitii Dirree Dawaa Keessatti Gumiin Nageenyaa Gaggeeffamee Jira


Barattoota gidduutti walitti-bu’iinsa uumamee barnootnii addaan cite eega turee booda yaada gaariin jalqabsisuuf gumiin kun kan gaggeeffame ta’u gabaafaee jira.

Bakka bu’aa kantiibaa bulchiinsa Dirree Dawaa abbotiin amantii,maanguddoota biyyaa,abbotii Gadaa, Ugaazoota, komishinni Polisii fi hawaasnii Yunivarsitichaa bakka argamanti staadiyamii yunivarsitichaa keessatti gumiin nagaa kun gaggeeffame.

Barattonni walitti-bu’iinsaa fi shakkii keessaa ba’anii obbolummaan barnoota isaanii akka itti fufaniif gaafatamee jira

Prezidaantii eeggataa Yunivarsitii Dirree Dawaa kan ta’an Dr. Ubaah Adem nageenya eegsisuuf Yunivarsitichii bulchiinsii Yunivarsitichaa waliin kan danda’ee mara akka godhu garu murteessaan qooda barattootaa ta’u hubachiisan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG