Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namni Baala Sammuu Darreessu Fudhachuutti Shakkame Asoosaatti Namoota Shan Ajjeese, Jedhama


Naannoo Benishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti namni baala sammuu darreessu fudhachuu hin oolle jedhamee shakkamu, albeedhaan namoota 5 ajjeesee 6 ammoo madeessee, jedha Poolisiin Naannoo Benishaangul.

Namootni 4 ka biroon gochaa suukanneessaa kana raawwachuutti nama kana wajjiin shakkaman hidhamanii qoratamaa akka jiranis dubbatee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:32 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG