Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni-maree Walii-galaa Dhimmoota Islaamummaa Masjiidotaa Gubatan Deebisanii Ijaaruuf Gargaarsa Qarshii Miliyoona Lamaa Olii Walitti-qabe


Bulchiinsa naannoo Amaaraa, magaalaa Mooxaatti masjiidotaa fi waaltaalee gabaa gubatan deebisanii gad-dhaabuu gargaaruuf, qarshii miliyoona dhibba lamaa fi miliyoona saddeetti walitti qabuu, Manni-maree walii-galaa dhimmoota Islaamummaa Itiyophiyaa beeksisee jira.

Lammiilee deeggersa kanatti hirmaatanis galateeffatee jira, manni maree kun. Caqasaa

Manni-maree Walii-galaa Dhimmoota Islaamummaa Masjiidotaa fi Dhaabbatotoa Mooxaatti Gubatan Deebisanii Ijaaruuf Gargaarsa Qarshii Miliyoona Lamaa Olii Walitti-qabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00


XS
SM
MD
LG