Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessa Vaayrasii Koronaan Namni Qabame Hin Jiru Jedhame


Itiyoophiyaa keessatti hanga amma namnis Vaayrasii koronaan qabame kan hin jire ta’u isaa Institiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itiyoophiyaa beeksise.

Shakkiilee Institiyuutichaan qoratamanii Vaayrasii korona irraa walaba ta'an Afrikaa Kibbaatti ergamuu irra deebiin akka sakatta’amu taasifamee Vaayrasii korona irra walaba ta’uun isaa akka mirkaneeffames ibsamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Itiyoophiyaa Keessa Vaayrasii Koronaan Namni Qabame Hin Jiru Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:07 0:00


XS
SM
MD
LG