Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Marii Bakka Bu'ootaa Mudaamawwan Haaraa Raggaasise


Faayilii - paarlaamaa Itoophiyaa
Faayilii - paarlaamaa Itoophiyaa

Manni Marii Bakka Bu’ootaa muudama raggaasisee jira. Muudamnii kun kan sadarkaa ministeeraa fi komishinaraa yoo ta’u sagaleen mormii fi deggersaa miseensoota biraa dhaga’amee jira.

Miseensoota bordii Preesii Itiyoophiyaa raggaasisuu irrattiis mormnii jabaan dhaga’amuun gabaafamee jira.

Gabaasa ergame caqasaa

Manni Marii Bakka Bu'ootaa Mudaamawwan Haaraa Raggaasise
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:13 0:00


XS
SM
MD
LG