Xurree ittiin seenan

Breaking News

 ETHO-TELECOM Maamiltoota Isaaf Bilbila Irratti Ergaa of Eeggannoo Vaayiresii Koonaa  Dabarse


(Suuraa faaylilii)

ETHO-TELECOM vaayiresii koronaa ittisuun akka danda’amuuf maammiltoonni isaa milioonni 45 ta’an ennaa walii bilbilan ergaa dadammaqiinsaa ittisa kana irratti fuuleffatu akka dhaga’an labsuu isaa beeksisee jira. Kanneen mobaayila irratti bilbilan lammiiwwan Itiyoophiyaa of eeggannoo errgaa of keessaa qabu dhaga’aa oolan.

Bilbillii fi interneetiin irraa cite kan jiru uummati lixa Oromiyaa mala adda addaan haala ittiin odeeffannoo argachuu dand’mu irratti mari’atamuu isaa itti gaafatamtuun Itiyoo telekoom aadde Firehiwet Taammiruu beeksisanniru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG