Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojjettoonni Mootummaa Federaala Itiyoophiyaa Har’aa Qabee Mana Ta’anii Hojjechuu Jalqaban


Hojjettoonni mootummaa federaala Itiyoop;hiyaa gumii minsteerotaan murtiin erga darbee booda har’a mana taa’anii hojii hojjechuu jalqabaniiru.

Akkuma kanaan hojjettoonni waajjira muummicha ministeeraa dhibba irraa harki 64 har’aa qabee manaa akka hojjetan ajaji darbee jira.

Muummicha ministeerichaaf dubbi himtuu kan ta’an Biilenee Siyyuum VOAf akka ibsanitti waajjiraaleen federaalaa martinuu kana hordofuu qabu jedhan. Murtiin kun kan darbe vaayiresiin koronaa geejjiba uummataa irratti namoonni heddummaatanii faca’inni akka isaa hin hammaanne ittisuuf jecha jedhan dubbi himtuun kun.

Uummatis weerara vaayiresii koranaa kana ittisuuf qajeelfama mootummaa biraa darbu akka hojii irra oolchu waamicha dabarsaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG