Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Hidhamtoota kuma Afur Hidhaa Dhaa Kan Hiiktu Ta'uu Beeksiste

Weerara vaayiresii koronaa ittisuuf jecha hidhamtoonni kuma afur ta’an hidhaa dhaa kan gad dhiisaman ta’uu Haati alangaa federaalaa Itoophiyaa Adanech Abeebee beeksisaniiru.

Murtiin kun kan darbe erga vaayiresiin kun faca’uun dhaga’amee booda muummichi ministeeraa kanneen yakka hamaa hin dalagne akka gad dhiisaman murteessanii booda jedha Meleskachoo Amahaa Finfinneerraa.

This item is part of
XS
SM
MD
LG