Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessati Har’a Namoonni Afur Dabalataan Vaayirasii Koronaan qabamuun Himame


Itiyoophiyaa keessati har’a namoonni afur dabalataan Vaayirasii Koronaan qabamuun kan himame yoo ta'u kun lakkoobsa namoota biyyattii keessatti Vaayirasichaan qabamanii kudha jahatti ol guddise.

Kanneen Vaayirasii Koronaan qabamuun isaa amma himame afuran keessaa tokko lammi biyya Morishiyes yoo ta'u namoonni sadii ammoo lammiilee Itiyoophiyaa ti.

Vaayirasiin Koronaa yeroo jalqabaaf amma Finffineedhaa alatti argamuun kan himame yoo tahu, namni irratti argame tokko jiraata Magaala Adaamaa tahuu isaa tu himame.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Itiyoophiyaa Keessati Har’a Namoonni Afur Dabalataan Vaayirasii Koronaan qabamuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG