Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qajeelfamoota Ittisa Tatamsa'ina Koronaa Ittisuuf Mootummaan Baase Dhugoomsuuf Hojimaata Barbaachisa, Jedhu Ogeeyyiin  


Obboo Wandimmuu Ibsaa, ogeessa seeraa

Tatamsa’ina Vaayirasii Kooronaa ittisuudhaaf hojimaatni lammiilee dirqisiisuu fi qajeelfamoota gara hojiitti akka hiikamu taasisuu jirachuun barbaachisaa ta'uu ibsan ogeeyyiin seeraa VOAn dubbise.
Akka ogeeyyiin sera kun jedhanitti weerara Vaayirasii kooronaa ittisuuf qajeelfamoonni gama mootummaatin darban seeraan hojiitti hiikuu hojimaatni dandeessisu hin jiru taanaan hojii irra oolchuun rakkisaa dha, jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Qajeelfamoota Ittisa Tatamsa'ina Koronaa Ittisuuf Mootummaan Baase Dhugoomsuuf Hojimaata Barbaachisa, Jedhu Ogeeyyiin
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:20 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG