Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa To’achuuf Qajeelfamoonni Bahan Hojii Irra Oolfamaa Hin jiran"


Faayilii - Bakkawwan qorannan vaayrasii koronaa itti geggeeffaman keessaa tokoo, Finfinnee
Faayilii - Bakkawwan qorannan vaayrasii koronaa itti geggeeffaman keessaa tokoo, Finfinnee

Namoonni biyyoota alaa irraa Itiyoophiyaa seenan guyyoota kudha afuriif akka adda of baasanii turan qajeelfamni mootummaan Itiyoophiyaa baase hojii irra oolfamaa hin jiru, jechuun yaaddoon namoonni dhiheessan akka qulqulleeffamaa jiru Instiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisee jira. Abbaan Alangaa Federaalaa Itiyoophiyaa gama isaatiin tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa to’achuuf qajeelfama bahe cabsuun seeraan nama gaafachiisa, jedhee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa To’achuuf Qajeelfamoonni Bahan Hojii Irra Oolfamaa Hin jiran ka Jedhame Akka Qulqulleeffataa Jiru Dubbata Mootummaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:21:54 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG