Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tamsa’ina Vaayiresii Koronaa Ittisuu Hidhamtoonni 1,500 Ol Akka Gad-lakkisaman Mootummaan Murteesse


Obboo Zinaabuu Tunuu, Dubbi himaa Abbaa Alangaa Waliigalaa, ka Federaalaa Itiyoophiyaa

Tamsa’ina Vaayiresii Koronaa Ittisuu Wajjiin Haala Wal-qabateen Hidhamtoonni Kuma Tokkoo fi Walakkaa Ol Akka Gad-lakkisaman Mootummaan Murteesse

Abbaan Alangaa Waliigalaa, ka Federaalaa Itiyoophiyaa hidhamtoota 1,559f dhiifamni dhiifamaan akka gad-lakkifaman murteessuu beeksise.

Abbaan Alangaa Waliigalaa ka Federaalaa weerara vaayirasii koronaa manneen sirreessaa irraa ittisuun akka danda'amuuf jecha akka namoonni kunneen dhiifamaan gad-dhiisaman murtee irra gahuu isaa dubbate. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:36 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG