Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Qorannaa COVID-19 Manaa Manatti Taasiisuuf Karoorfame


Faayilii -bakkawwan qorannan vaayrasii koronaa itti geggeeffaman keessaa tokoo, Finfinnee
Faayilii -bakkawwan qorannan vaayrasii koronaa itti geggeeffaman keessaa tokoo, Finfinnee

Itiyoophiyaa keessatti har’a dabalataan namoonni sagal Vaayirasii Koronaan qabamuun gabaasamee jira. Kun walumaa-galatti lakkoobsa namoota vaayirasichaan qabaman ka biyyattii keessaa 65 taaisa.

Gama biraan Itiyoophiyaa keessatti weerara Vaayirasii Koroonaa ittisuuf duulli qorannaa manaa manatti taasifamuuf karoorfamuu isaa Ministiriin Eegumsa Fayya beeksisee jira.

Qorannaan jalqaba magaala Finffineetti kan eegalu tahuu isaa fi aanaale magaalatti 120 waliin gahuuf karoofamuu dubbata - Ministirichi. Kana malees, humna qorannaa biyyatti ol guddisuuf Finffineen alatti Laaboraatoriin COVID 19 qorachuu danda'u torba hojii jalqabaa jira, jedhan dubbi himaan Minstirii Fayyaa Itiyoophiyaa, Dr Taganee Raggasaa.

Muktaar Jamaal tu dubbise. Guutummaa isaa caqasaa.

Magaalaa Dambi Doollootti Dargaggoon Riphxee-loltootatti Hidhata Qabu Tarkaanfii Humna Nageenyaan Ajjeesame, Jedhu Kantiibaan Magaalattii
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG