Xurree ittiin seenan

Breaking News

Harki Naamf Hiixatu Harka Duwwaa Hin Deebi’u: Weellisaa Habtaamuu Lamuu


Harki Naamf Hiixatu Harka Duwwaa Hin Deebi’u: Weellisaa Habtaamuu Lamuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:34 0:00

Biyya Canada, Edmonton keessa kan jiraatu lammii Oromoo abbaa qabeenyaa mana nyaataa fi weellisaa Habtamu Lamuu Adolessa bara 2019 qabee harka qalleeyyii fi namoota daandii irra jiraatan jalqaba ji’iaa yeroo mara nyaachisuu isaa dubbata.

Ofii koof rakkoo keessa waanan darbeef dabaree koo waan qabuun nama gargaaruutu boqonnaa naa kenna jedha Wellisaa Habtaamuun. Yeroo vaayiresiin koronaa hammaatee namni harka wal qabuu sodaatu kanatti illee namoota hiyyeeyyii ta’an kanaaf nyaata raabsuuf bakkuma isaan jiran dhaqee nyaachisuu kan itti fufuu ta’uu isaaf gara fuula duraattis addaan kan hin kunne ta’uu nuuf ibseera Habataamuun.

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG