Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaatti, Buufatni Fayyaa Sagee Cufamuun Rakkoof Nu Saaxile, Jechuun Jiraattota Naannoo Keessaa VOAtti Himan


Gimbii, Walaga Lixaa
Gimbii, Walaga Lixaa

Godina Wallagga Lixaa, aanaa Gullisootti Buufatni Fayyaa Sagee cufamuu irraa kan kahe rakkoo keessa jirra, jiraattota keessaa kanneen VOAf yaada isaanii kennan.

‘Riphee-loltootaaf tajaajila fayyaa kennitan,' jechuun humnoonni naga-eegumsaa mootummaa waan nu reebaniif hojii dhiisne achi irraa baqanne, jedhu ogeessi Buufatichaa tokko.

Itti gaafatamaan Buufata Fayyaa Aanaa Gullisoo Obbo Masarat Ayyalaa immoo, ‘buufati Fayyaa Sagee akka banamu mari’ataa jirra’ jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan. Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa Aanichaa Obbo Naasir Taayyee garuu, ‘Buufati Fayyaa Sagee hin cufamne’ jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:20 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG