Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eeggannoon Of Irraa Ittisa COVID 19 Torbanneen Dhihoo Dhaa As Laaffate, Jedhu Jiraattonni Amboo fi Naqamtee


Eeggannoon Vaayirasii Koroonaa dursanii ofirraa ittisuuf taasifamaa ture torbanoota muraasaa as laaffatee jira, jechuun jiraattotni magaalaa Amboo fi Naqamtee VOAtti dubbatan.

Tamsa’inni Vaayirasii Koroonaa Itiyoophiyaa keessatti waan baay’ataa jiruuf dagannoo keessaa ba’uun ka duraaniiyyuu caalaa cimsanii of eeguun baay’ee barbaachisaa tahuu dubbatu – namoonni kun.

Itti gaafatamaan Kutaa Yaala Fayyaa Hospitaala Rifaraala Yunivarsiitii Amboo Doktor Gonfaa Mootiis “ weerarichi osoo hubaatii ulfaataa hin geessisin dursanii of eeggachuun fala” jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Eeggannoon Of Irraa Ittisa COVID 19 Torbanneen Dhihoo Dhaa As Laaffate, Jedhu Jiraattonni Amboo fi Naqamtee
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG