Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lubi Waldaa Kirstaanaa Cameeroon COVID-19n Du’uun Amantoota Yaaddesse


Lubi waldaa kirstiyaanaa Kaameroon beekamaa fi filanno prezidaantummaa biyya Afriikaa waaltaa kanaaf kaadhimamaa kan tauran Frankliine Ndifoor erga diggertoonni isaanii dhibbaan laka’aman vaayiresii koronaa irraa akka fayyaniif kadhataniif booda COVID -19n du’uun isaanii uummata hedduu yaaddessee jira.

Deggertoonni isaanii hangi tokko akka isaan lubbuutti deebi’aniif Waaqa kadhachuu dhaan keellaa isaanii cufanitti poolisiin Kameeroon humnaan gargaaramuun mana isaanii magaalaa galma mootummaa biyyattii Douala jiru seenee jira.

Gabaasa Moki Edwin Kindzeka Yaoundé irraa gabaase Tujubtu dhiyeessa

Lubi Waldaa Kirstaanaa Cameeroon COVID-19n Du’uun Amantoota Yaaddesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:58 0:00


XS
SM
MD
LG