Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qawwaa Sirna Mootummaa Keessatti Uumame Furuuf Mana-maree Dhaabilee Siyaasaa Hundeessuu Barbaachisa: Paartii Biyyoolessaa Oromiyaa


Jeneraal Kamaal Galchuu, Hayyu-duree Paartii Biyyoolessaa Oromiyaa

Qaawwaa sirna mootummaa uumameef Manni-maree Dhaabilee Siyaasaa sochii Hoji Raaw’achiistuu Mootummaa to’atu hundeeffamuu akka qabu Paartiin Biyyoolessaa Oromiyaa (PBO) yaada falaa dhiheesse. Yaadni qaccee gama lamaaniinuu qabatanii itti deemuu biyyattii gara diiggaatti oofuu waan maluuf tasgabbiin mari’atanii fala kaa’uun barbaachisaa ta’uu isaa paartichi hubachiisee jira.

Muktaar Jamaal Hayyu-duree paartichaa Jeneraal Kamaal Galchuu dubbisee jiraa.

Qawwaa Sirna Mootummaa Keessatti Uumame Furuuf Mana-maree Dhaabilee Siyaasaa Hundeessuu Barbaachisa: Paartii Biyyoolessaa Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:34 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG