Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministiriin Eegumsa Fayyaa Akka Hawaasni Namoota Vaayirasii Koronaarraa Dandamatanirraa Hin Qoollifanne Waamicha Dhiheesse 


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Hawaasni namoota Vaayirasii koroonaatin qabamanii dandamatanii bahan irraa akka hin qoollifanne Ministiriin Fayyaa waamicha dhiheessan.

Haa tahuutii namoonni waan dhiibee kana irraa dandamataniif qofa battalumatti maatiitti akka hin makamne deetaan Ministaraa Fayyaa Dr. Darajjee Dhugumaa hubachiisanii jiru.

Itoophiyaatti hanga ammaatti namoota 5000 ol tu vaayirasii kanaan qabame. Namoonni 1,500 ol irraa dandamataniiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Ministiriin Eegumsa Fayyaa Akka Hawaasni Namoota Vaayirasii Koronaarraa Dandamatanirraa Hin Qoollifanne Waamicha Dhiheesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:05 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG