Xurree ittiin seenan

Breaking News

Warra Gurmaa'anii Meeshaa Qabachuun Yakka Hojjatan Seera Duratti Dhiyeessun Hin Jiru Taanaan Rakkisaa Dha: Jecha Haacaaluu Hundeessaa Ture


Faayilii - artiist Haacaaluu Hundeessaa yeroo farda gulufsiisu
Faayilii - artiist Haacaaluu Hundeessaa yeroo farda gulufsiisu

Wellisaa Oromoo beekamaa Haacaaluu Hundeessaa baatii Adooleessa 16 bara 2018 Finfinnee naannoo Meeksiskoo jedhamutti dargaggootaan marfamee akka ture yeroo sanattis jechoota adda addaan akka isa arrabsan, kokolaataa isaa harkaan rurrukutaa akka turan nu ibsee ture.

Waggaa lama booda jechuun Waxabajjii 29 bara 2020 galgala rasaasaan rukutamee du'u polisiin kan beeksisee yoo ta'u sirni awwaala isaas har'a jechuun Adooleessa 02 bara 2020 magaalaa Amboo keessatti gaggeeffamee jira.

Kan Haacaaluun ammaan dura dubbate keessaa hanga tokko fudhanne ka waahiloonni isaa hojii akkasumas kanneen isa waliin guddatan, hiriyonni isaa jedhan waliin qindeessinee jira.

Caqasaa

Warra Gurmaa'anii Meeshaa Qabachuun Nama Ajjeesan, Reeban, Salphisan Qaamni Seera Duratti Dhiyeessu Hin Jiru Taanaan Rakkisaa Dha: Jecha Haacaaluu Hundeessaa Ture
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:06 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG