Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Hidha Laga Abbayyaa Walii Galtee Irra Utuu Hin Ga’amin Hafe


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Jaarsoliin araaraa Sudaan, Masrii fi Itiyoopiyaa guyyoota 11f mari’ataa erga turanii booda walii galtee irra utuu hin ga’in addaan ba’an.

Kanneen bakka bu’uun marii sana irratti argaman hoogganoota biyyoota isaanii akkasumas dura taa’aa gamtaa Afriikaaf ba’ii adeemsa turee ibsuuf jiran. Ennaa marii sanaa dhimmootii teekinikaa ilaalchisee qaamotii sadanuu gidduutti walitti dhiyeenya irra ga’amee jira jechuu dhaan dubbi himaan ministrii dhimma alaa Itiyoopiyaa Ambaasaadder Diinaa Muftii VOAf ibsaniiru jechuu dhaan Meleskachoo Ammahaa gabaaseera.

XS
SM
MD
LG