Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa'ee Ajjeechaa Artist  Haacaaluu Hundeessaa Irratti Raaw'atamee Waajirri Abbaa-alangaa Muummichaa Itiyoophiyaa Maal Jedha?


Faayilii - Haadha alangaa mummittii kan federaalaa, Aaddee Adaanach Abeebee

Ajjeechaa Artistii beekamaa, Haacaaluu Hundeessaa irratti raaw’atameen wal-qabatee, qorannaan mootummaan yeroo ammaa geggeessamaa jiruu fi dhimmoota ka biroo yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessatti mul’atan irratti, hooggantuu waajira Abbaa-alangaa muummichaa, ka mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa – Aadde Adaanech Abeebee waliin gaaffii fi deebii geggeessinee jira. Caqasaa.

Kutaa 1ffaa: Waa'ee Ajjeechaa Artist  Haacaaluu Hundeessaa Irratti Raaw'atamee Waajirri Abbaa-alangaa Muummichaa Itiyoophiyaa Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:08 0:00
Kutaa 2ffaa: Waa'ee Ajjeechaa Artist  Haacaaluu Hundeessaa Irratti Raaw'atamee Waajirri Abbaa-alangaa Muummichaa Itiyoophiyaa Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:15:03 0:00

Yaadawwan Ilaali (11)

XS
SM
MD
LG