Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manneen mootummaa kan Aangawoota TPLF Duraaniif Kennamee Ture Mootummaan Harkaa Fudhee Jira


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Dhaabbata Nagaa fi Nageenyaaf duraab Daayreekteera kan turan Sibhaat Naggaa, ministeera haajaa alaa duranii Siyuum Masfin akkasumas ministeera daldalaa fi industrii duraanii Aaddee Fatla warq G/Igzabeer kanneen manni mootummaa harkaa fudhatame keessaa ta'uun ibsamee jira.

Kana malees kokolaataa mootummaa akka deebisaniif dirqamanii jiru.

Midiyaan naannoo tokko akka gabaaseetti aangawoonni duraanii kun mana mootummaan kenneef keessa firottanii fi hojjattoota isaanii ka'aniiru jechuun mootummaan ibsee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG