Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri Hawwaannisaa Gammoojjii Itiyoopiyaaf Yaaddessaa Ta’uu mala: Jaarmiyaan Qonnaa Addunyaa


Hawwaannisi gammoojjii weerara marsaa lammataaf Keeniyaa Kaaba gama dhiyaa irraa gama Itiyoopiyaa gama kaabaa bakka hawwaannisi kun horee biyyattii gama dhiyaatti faca’uu mala jedhutti deemaa kan jiru jarmiyaan qonnaa addunyaa ibsa torban darbe baaseen beeksisee jira.

Weerara amma jiru wliin inni kun dabalamee weerara Itiyoopiyaa keessaa hammeessuu mala jedhameera. Ammaaf sadarkaa yaaddessaa irra ga’uu baatus battala hin to’atamu taanaan weerarri ka’uu mala.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG