Xurree ittiin seenan

Breaking News

'Dimookiraasii Itiyoophiyaa Tarkaanfachiisuuf Lammiileen, Jaarmayaaleen Hawaasaa fi Paartiileen Mormitootaa Qooda Fudhachuu Qaban'


Suuraa faayilii)
Suuraa faayilii)

Uummatoonni Itiyoophiyaa barootaaf dheebuu dimookiraasii qabaataniyyuu mootummoonni biyyattii hoogganaa turan fedhii uummataa daangaa dhaa haga daangaatti waliin gahanii guutuu irratti hanqina akka qaban dubbatu, hayyoonni siyaasaa fi bulchiisa uummataa.

Waggoota sadan darbanitti jijjiiramni Itoophiyaa keessatti mul’ate, ijaarsa sirna diimookiraasiif qooda gaarii gumaacha, jedhamee kan itti amanamee ture taheyyuu gufuuleen garaa garaa isa mudachuu hayyoonni haala biyyattii keessaa xiinxalan kun addeessanii jiru.

Itiyoophiyaa keessatti dimookiraasummaan akka shaffisaan ijaaramu, lammiileen, jaarmayaaleen hawaasaa fi paartiileen mormitootaa mari’achuu fi qooda isaanii gumaachuu qaban, jedhu.

'Dimookiraasii Itiyoophiyaa Tarkaanfachiisuuf Lammiileen, Jaarmayaaleen Hawaasaa fi Paartiileen Mormitootaa Qooda Fudhachuu Qaban'
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:11 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG