Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiisi Finfinnee Qonnaan Bultoota Lafa Isaanii Irraa Kaafamanii fi Namoota Kaaniif Furtuu, Kaartaa fi Waraqaa Ragaa Manaa Kennuu Jalqabe


Faayilii - Manneen jireenyaa kondoominiyemii naannoo Ekkaa, Finfinnee, Onkoloolessa 19, 2016
Faayilii - Manneen jireenyaa kondoominiyemii naannoo Ekkaa, Finfinnee, Onkoloolessa 19, 2016

Qonnaan bultoota sababaa misoomaan lafa isaanii irraa kaafamanii fi carraan manneen waliinii baheef keessaa ragaa gahaa kanneen hin qabne 436 tahaniif manni akka hin dabarfamne dhorkamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ibse.

Jiraattota magaalaa maallaqa qusatanii carraan mana waliinii isaan qaqqabee fi qonnaan bultoota sababaa misoomaan lafa isaanii irraa kaafamaniif manneen 74,144 furtuu, kaartaa fi ragaa waligaltee kennuun Kamisa dabre eegalamee jira.
Qonnaan bultoonni manni kennameefis waggootaaf dirree irratti gatamanii turuu isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsan.

Tsehaay Daamxoo tu gabaase.

Bulchiisi Finfinnee Qonnaan Bultoota Lafa Isaanii Irraa Kaafamanii fi Namoota Kaaniif Furtuu, Kaartaa fi Waraqaa Ragaa Manaa Kennuu Jalqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:58 0:00


XS
SM
MD
LG