Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Dhiibban Ijoollee Durbarra Gahu Bakka Yaadan Akka Isaan Hin Geenye Dangaa Guddaa Dha, Jedhame 


FAAYILII - Dubartoota bishaan waraabanii harrootatti fe'aa jiran, Dukam, Oromiyaa, Sadaasa 1, 2018

Guyyaan ijjoollee dubraa idil-addunyaa kaaleessa sadarkaa addunyaatti kabajamee jira.

Kabajamuu guyyichaa ilaalchisuun shamarran biyyattii irra dhiibbaan jiru maal fakkaata, jechuun VOAn namoota tokko tokko dubbisee jira. Rakkoon guddaan shamaran akka bakka yaadan hin geenye ka taasisu tokko shamaran irratti amantaan dhibuu akka tahe dubbatu namoonni kun.

Shamarran barnootaan cimanii galma kaawwatan bira akka hin geenyeef dhiibbaan maatii irraa eegalee hanga hawaasa bal'aatti irra kaa’amu qooda guuddaa hubachiisan.

Keeniyaatti Barattoonni Muraasni Mana Barnootaatti Deebi’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:04 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG