Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qaamonni Milkaa’ina Ayyaanaf Qooda Gaarii Gumaachan Jedhaman Beekamtii Argatan 


Bara kana Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee fi Ayyaanni Masqalaa nagaan akka kabajamuuf gumaacha qaamotoa qooda gaarii gumaachan jedhe, Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee galateeffatee beekamtii kenneefii jiran. Qaamolee nageenyaa, dhaabbilee amantii, sabaa himaalee fi kanneen biroof kenname – beekamtiin kun.

Nageenya magaalichaa eegsisuun kan danda'ame qaamni hundinuu miira dhimmi nageenyaa kun na ilaallata, jedhuun waan hojjeteef – jedhan itt-antuu Kantibaan magaalaa Finfinnee, Aadde Adaanech Abeebee.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Qaamonni Milkaa’ina Ayyaanaf Qooda Gaarii Gumaachan Jedhaman Beekamtii Argatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:54 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG