Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsiitiiwwan Amboo, Dambi Doolloofi Wallaggaa Barattoota Simachuuf Qophaa'uu Isaanii Beeksisan


Yunvarsiitii Dambi-doolloo
Yunvarsiitii Dambi-doolloo

Pirezidaantiiwwan Yunivarsitoota sadeenii, “Gama barnootaan, gama weerara Kooviid 19 ittisuu fi gama nageenyaan qophii barbaachisu xumurannee, guyyaa itti Ministarri Saayinsiifi Barnoota Ol'aanaa barattoota simadhaa jedhu eegaa jirra,” jedhan.

Barattoota isaanii marsaa sadiin kan simatan tahuu himanii, warra barana eebbifaman jalqabarratti simachuun ji’oota lamaaf barsiisanii akka eebbisiisan beeksisanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Yunivarsiitiiwwan Amboo, Dambi Doolloofi Wallaggaa Barattoota Simachuuf Qophaa'uu Isaanii Beeksisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:00 0:00


XS
SM
MD
LG