Xurree ittiin seenan

Breaking News

Warshaan Cuunfaa Maangoo fi Timaatimaa Naqamteetti Ijaaramaa Jiru Qonnaanbultootaaf Faayidaa Qabaata, Jedhama


Faayili - Gabaa Maangoo, Joogir, Gimbio

Yunivarsiitiin Wallaggaa fi Bulchiinsi Magaalaa Naqamtee Warshaan Cuunfaa Maangoo fi Timaatimaa Magaalaa Naqamteetti akka banamuuf jiru dubbatan.

Maangoon qonnaan bultoonni oomishan kanaan dura akka manca’aa ture himanii, “warshaan kun yoo baname rakkoo kana furee galii isaaniillee fooyyeessuu mala,” jedhu.

Yunivarsiitiin Wallaggaa gama beekumsaa, teekinooloojii fi ogummaan akka ijaarsa warshaa Cuunfaa Maangoofi Timaaatimaa kanatti hirmaatu dubbata. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Warshaan Cuunfaa Maangoo fi Timaatimaa Naqamteetti Ijaaramaa Jiru Qonnaanbultootaaf Faayidaa Qabaata, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:42 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG