Xurree ittiin seenan

Breaking News

KFO fi ABOn Waltajjii Marii Paartiilee Oromiyaa fi Amaara Keessa Socho’anii Irratti Hin Argamne


Paartii taayitaa mootummaa harkaa qabu dabalatee - Paartiileen siyaasaa naannoolee Oromiyaa fi Amhaaraa keessa socho’an ejjennoolee siyaasaa waliin qabaachuu danda’an irratti marii baatiilee dura jalqaban Adaamaatti itti fufanii jiran.

Paartiilee ijoo keessaa tokko ka tahe Koongiresiin Federaalawa Oromoo garuu, marichatti akka hin hirmaatiin dubbata. ABOn Obbo Daawud Ibsaan hoogganamus waltajjii marii kanatti akka hin afeeramiin ibsa marsariitii dhaabichaa irratti beeseen beeksisee jira.

Dhimmoota marii kana irratti hoogganoota paartiilee mormituu fi ka paartii biyya bulchuus dubbisnee jirra. Caqasaa.

KFO fi ABOn Waltajjii Marii Paartiilee Oromiyaa fi Amaara Keessa Socho’anii Irratti Hin Argamne
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00


XS
SM
MD
LG