Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigalteen Abboota Amantaa Jidduutti Tolfame Jedhame Gam Biraatiin Immoo Garaagarummaa Yaadaa Uume  


(Suuraa: Fuula Feesbuukii MLO)
(Suuraa: Fuula Feesbuukii MLO)

Wal-dhibdeen abboota amantaa Mana-lubummaa Waliigalaa Ortodoksii fi koree qindeessituu Mana Lubummaa Naanno Oromiyaa jidduu ture araaraan waan furameef, lubummaan abbootii amantaa ugguramee ture akka irraa ka’uu fi Mana Lubummaa Waliigalaa Ortodoksi keessatti hojiin kennameefii akka hojjatan Qulqulluu Sinoodoosiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa murteesse jira.

Waligaaltee fi araarri jedhame kun gama biraatiin ammoo hogganoota koree qindeessituu Mana Lubummaa Naanno Oromiyaa jidduutti garaagarummaa yaadaa uumee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG