Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaaliin Argamuus Uummanni Eeggannoo Gochuun Itti Fufuu Qaba: Dr.Tedroos Adhaanoom


Addunyaa irratti lakkoobsi namoota dhukkuba Koviid-19n qabaman Miliyoona 55tti dhiyaataa fi kanneen du'an Miliyoona 1.3 ga'e yeroo jiru kanatti biyyonni tarkaanfii jabaa fudhataa hin jirre Abiddaan taphataa jiru jechuun hogganaan jaarmayaa fayyaa addunyaa Dr. Tedroos Adnaahoom hubachisanii jiru.

Waajiira haadhoo kan Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa isa Jenevaa jiru irra tuuta oduuf akka ibsanti addunyaa irratti lakkoobsi namoota dhukkuuba kanaan qabamanii aritiin dabalaa waan jiruuf talaaliin ni argama jedhamuus of-eeggannoo gochuun barbaaachisaa ta'u ibsan.

Kaampaanileen Amerikaa dawaa farra koviid-19 kan harka 95 hojjata jedhame argamuu isaas simatanii jiru

XS
SM
MD
LG