Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dr Dirribaa Waaqijiraa Eega Poolisiin Manaa Qabamanii Gara Baatii Tookkoof Akka Hin Argiin Dubbatu, Maatii Keessaa 


Itti aanaa dura-taa’aa boordii Ligii Mirga Namoomaa Gaanfa Afirkaa fi Maanaajariin Hoteela Ilillii Dr Dirribaa Waaqijiraa

Itti aanaa dura-taa’aan boordii Ligii Mirga Namoomaa Gaanfa Afirkaa fi Maanaajariin Hoteela Ilillii Dr Dirribaa Waaqijiraa polisiidhaan Finffinnee mana isaaniitii qabamanii erga bakka buteen isaani dhabamee ji'a tokkoof deema, jedhan maatiin.

Ligiin Mirga Namoomaa Gaanfa Afirkaas gama isaatiin dhimmichi akka isa yaaddesse ibsee jira.

Komishiniin Poliisi Oromiyaa maatiin Dr Diribaa akka isa hin arigne dhorgaman kan jedhu haalee jira. Qorannaan dhimma Dr. Dirrbaa xummurame dhiheenyatti abbootii alangaatiif akka dabarfamuuf jirus dubbata.

Itti-aanaa Dura-taa’aa Boordii Ligii Mirga Namoomaa Gaanfa Afirkaa Eega Poolisiin Manaa Qabamanii Gara Baatii Tookkoof Akka Hin Argiin Dubbatu, Maatii Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:35 0:00


Yaadawwan Ilaali (8)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG