Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoota Akka Dhaqqabnuuf Angawoonni Itiyoophiyaa Karaa Nu Banaa: Iyyata Dhaaba Baqattootaa


Faayilii - Baqatoota Eertiraabara 2016 Itoophiyaa yeroo seenan
Faayilii - Baqatoota Eertiraabara 2016 Itoophiyaa yeroo seenan

Mooraan baqattonni Ertraa kuma 96 ta'an keessa jiraatan Afur bulchiinsa naannoo Tigraay keessatti argama.Baqattoota kanaaf yeroo dhumaaf nyaatii kan raabsame waltti bu'iinsa Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti Sadaasa 4 bara 2020 ituu hin jalqabiin dura ture jedha dhaabnii baqattootaa kan tokkummaa mootummootaa ykn UNHCR.

Yeroo ammaa nyaata dhabanii beela'anii hanqiina nyaataan midhamuun isaanii balaa hin oollee kan jedhu jarmayiichi baqattootaa qabatamaan waan ta'e baruuf garu meeshaaleen wal qunnamtii martii addaan citeera jedha.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Baqattoota Akka Dhaqqabnuuf Angawoonni Itiyoophiyaa Karaa Nu Banaa: Iyyata Dhaaba Baqattootaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:01 0:00


XS
SM
MD
LG