Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Jawaar fi Namoonni Kaan Mana Murtiirraa Deddeebi’anii Hafaa Turan Har’a Dhihaatan 


Faayilii - Obboo Baqqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mahaammad
Faayilii - Obboo Baqqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mahaammad

Manni murtii ol’aanaa ka Federaalaa mormiilee sadarkaa duraa Abukaatoleen Obbo Jawaar Siraaj Mahaammad faa dhiheessan keessaa hanga tokko fudhachuun akka Abbaan alangaa foyyessee dhuheessu ajaja har’a dabarsee jira.

Obbo Jawaar fi namoonni afur ka biroon dhaddacha Lidataa deemuun nageenya keenyaa fi kan biyyaa balaa irra buusuu mala jedhanii dhaddacha irraa deddeebi’anii eega hafanii booda, har’a yeroo duraatiif mana murtiitti dhihaatanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Obbo Jawaar fi Namoonni Kaan Mana murtiirraa Deddeebi’anii Hafaa Turan Har’a  Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG