Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaatti Sababaa Vaayirasii Koronaaf Manneen Barnootaa 400 Tu Cufame 


Faayilii - Barattoota mana barumsaa Olympikii, Keeniyaa

Keeniyaa keessatti kanneen dhibbootaan lakkaawaman manneen-barnootaa dhuufnaa sababaa KOOVID 19f cufamanii jiran.

Biilsaaleen manneen-banootaa tokko tokko immoo, gara tajaajila biraattiyyuu jijjiiramanii jiran. Baay’een isaanii gara manneen jireenyaa maatiileetti ka jijjiraman yoo tahu, tokko immoo mana saanduqoonni reeffaa itti gurguramanitti jijjiirame, jedhama.

Keeniyaatti Sababaa Vaayirasii Koronaaf Manneen Barnootaa 400 Tu Cufame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG