Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaan Mootummootaa Interneetii Cufuun Seeraan Ala Odeeffannoo Argachuu Quunnamtii Jiru Danaqa Jedhe 


Torban kana humni waraanaa Maaynamaar aangoo qabatee jiru tajaajila interneetii addaan kutee jira. Tooftaan akkasii sadarkaa addunyaatti yeroo muddamaa fi jeequmsaa kan mul’atuu dha.

Torban kana Maaynamaar keessaa akkuma waraanngi aangoo qabateen yeroo isaa malee tajaajila interneetii addaan kute. Sun immoo lammiiwwan mala itti wal quunnamanii fi odeeffannoo fonqolcha mootummaa argatan danquu dhaan dhugumatti immoo gaazixeessonni rakkoo sana gabaasuuf dandeettii qaban irra dhiibbaa kaa’e.

Tokkummaan Mootummootaa Interneetii Cufuun Seeraan Ala Odeeffannoo Argachuu Quunnamtii Jiru Danaqa Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:18 0:00


Yaadawwan Ilaali (6)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG