Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ezemaan Anaawwan 400 Caalaa Keessatti Akka Dorgomuu Beeksisee


Filannoo Itiyoopiyaa baatii Waxabajjii dufu gaggeeffamuuf karoorfame irratti hirmaannaan Ezemaa maal akka ta'e har'a tuuta oduuf ibsa kan kennaan itti aanaa hogganaan paartichaa Obbo Anduu Aleem Arraagee bakka paartichii dorgomuu hundatti duula filmaataa gaggeessuuf Qarshii Miliyoona 100 fi Miliyoona 80 ramadee jira.

Paarlaamaan Federaalaa barcuuma 547 kan qabu yoo ta'u miseensonni immoo waggaa shan shaniin filatamuu.Paartii sagalee guddaa argachuun mootummaa hundeeessuu barcuuma 274 argachuu qaba.

XS
SM
MD
LG