Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaan Addunyaa Irratti Qooda Qabdu Ni Dabaltii: Prezidaant Baaydiin


Prezidaant Joo Baaydiin
Prezidaant Joo Baaydiin

Haariroo Amerikaan waggootii darban afuuriif bilchiinsa Traamp jalatti addunyaa jalatti qabaachaa turte kan Tuffii fi dararaa ture kan jedhan prezidaant Baaydiin hirmaannaan biyyi keenya addunyaa irratti qabaattu akkaan dabaluuf jira jedhan.

Baaydiin prezidaantii eega ta'anii as yeroo duraaf waajiira ministrii dantaa alaa Amerikaa keessatti haasawaa dhageesisaniin imaammata alaa ijoo ta'an kan ilaaleen Amerikaan iddoo ishee duraanti deebitee jirti jedhan.

Biyyattiin waltajjii addunyaa irraa dhabamuu hin qabdu, imaammata biyya alaaf qabuu keessatti utubaan hariiroo diploomaasiiti jedhan.Waltaatoonni Amerikaa qabeenya keenya guddicha kan jedhan Baaydiin ejjennoo Yunaaytid Isteetes kan ilaaleenis Raashiyaa fi Chaayinaa akeekkachiisanii jiru

XS
SM
MD
LG