Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Akka Miseensonnii fi Caasaan Dhaabichaa Akka Korri Sabaa Waamu Dhiibbaa Godhan Gaafate


Hooggantoota Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti wal-dhabinsa uumame furuuf, miseensonni fi caasaaleen dhaabichaa adda addaa Korri Sabaa dhaabichaa akka waamamu akka dhiibbaa godhu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa waamicha dhiheesse.

Rakkoo uumame, jedhamu sana furuu ilaalchisee, inni tokko akka kaan dideetti himata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Akka Miseensonnii fi Caasaan Dhaabichaa Akka Korri Sabaa Waamu Dhiibbaa Godhan Gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:29 0:00


XS
SM
MD
LG