Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Itiyoophiyaa fi Daayreekteerri Sagantaa Nyaata Addunyaa Maqalee Dawwatan


Fayilii- Magaala Maqalee

Prezidaantiin Itiyoopiyaa Saahilewerq Zewdee guyyaa kaleessaa magaalaa Maqaleetti argamanii, daawwannaa gochuu dhaan jaarsolii biyyaa magaalattii waliin mari’ataniiru.

Daayirikterri ol aanaan Jarmayaa Nyaata Addunyaa(WFP) David Beyeslii illee dheengadda magaalaa Maqaleetti argmaniiru.

Mulugeta Atsbehaa dawwannaa lamaan ilaalchisuu dhaan itti gaafatamtuu waajjira komiikeeshinii bulchiinsa yeroofii kan naannoo Tigraay Itenesh Niguse haasofsiisuun gabaasee jira.

Gabaasa Ergamee Caqasaa

Prezidaantiin Itiyoophiyaa fi Daayreekteerri Sagantaa Nyaata Addunyaa Maqalee Dawwatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:44 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG