Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Xumura Baatii Eblaatti Talaalii KOVID-19 Galfachuuf Jetti 


Akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara 2013 baatii Ebla gara xumuratti talaallii Covid 19 doozii miliyoona 9 ka biyya keessa galchuuf hojjachaa jiru tahuu, Ministriin Fayyaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Ministeerichi akka himetti, bara bajataa 2013 xumurarratti talaaliin kun hawaasa biyyattii dhibba irraa harka 20 akka dhaqqabuuf hojjetamaa jira.

Talaalichi ammatti nama hundaa waan hin qaqqabneef of eeggannoo cimaa gochuun dirqama tahuus ministarichi hubachisee jira.

Itiyoophiyaan Xumura Baatii Eblaatti Talaalii KOVID Galfachuuf Jetti
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:27 0:00


XS
SM
MD
LG