Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Fayyaa Hoogganoota Siyaasaa Mana Hidhaatti Lagannaa Guyyaa 16ffaa Irra Jiranii Yaaddessaa Tahuu Dubbata, Gareen Ogeessota Fayyaa  


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Qaallittitti lagannaa nyaata guyyaa 16ffaa irra kan jiran Obbo Jawaar Muhaammad’faa, beelli yeroo dheeraa dhukkuba kalee fi kan biroof isaan saaxilaa jira jedhe, gareen Ogeessota Fayyaa tola ooltumman haala fayyaa isaani hordofaa jiru.

Hogganoonni siyaasaa kunniin yaada isaani jijjiiranii akka midhaan nyaatan manguddoonni fi abbootiin amantaa irra deddeebiidhaan yaalanis itti hin milkoofne jedhame.

Gabaasaa guutuu caqasa.

Haalli Fayyaa Hoogganoota SIyaasaa Mana Hidhaatti Lagannaa Guyyaa 16ffaa Irra Jiranii Yaaddessaa Tahuu Dubbata, Gareen Ogeessota Fayyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:00 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG