Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Shawaa Lixaa Keessatti Hojjetoonni Hojii Daandii 9 Hidhattootaan Ajjeesaman: Bulchiinsa Godinaa


Faatilii -Magaalaan Amboo
Faatilii -Magaalaan Amboo

Godina Shawaa Lixaa, aanaa Meettaa Wal-Qixxee keessatti hojjattootni daandii 9 ajjeefaman, jedhan bulchaan godina Shawaa lixaa.

Bulchaan godinichaa Obbo Diriirsaa Waaqumaa ”Haleellaa kana humnoota “ABO Shanee” tu raawwate jedhan.

Dubbi-himaan zoonii lixaa, ka riphxee loltoota “Waraana Bilisummaa Oromoo” ofiin jedhanii fi mootummaa immoo “Shanee” jechuun waamuu, Bilisummaa Guutaa, gama isaaniin, “gocha kana nuti hin raawwanne. Namoota bu’uuraalee misoomaa hojjatan ajjeesuunuu yakka.” jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Godinaa Shawaa Lixaa Keessatti Hojjetoonni Hojii Daandii 9 Hidhattootaan Ajjeesaman: Bulchiinsa Godinaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:24 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG