Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis Talaalii Koovid Doozii 450,000 Caalaa Itiyoophiyaaf Kennite 


Itiyoophiyaatti Ambaasaddara Ameerikaa , Giitaa Paasii 

Yunaayitid Isteetis taalallii Kovid-19 'Jonson and Jonson' jedhamu doozii 453,600 Itoophiyaadhaaf kennittee jirti.

Deggersa talaalii Koovid-19 Yunaayitid Isteets Itoophiyaaf arjoomte Itiyoophiyaatti Ambaasaddarri Ameerikaa, Giitaa Paasii guyyaa haraa Ministara Ministirii Fayyaa Itoophiyaatti kennan.

Yunaayitid Isteetis Talaalii Koovid Doozii 450,000 Caalaa Itiyoophiyaaf Kennite
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:51 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG