WAASHINGITAN, DIISII —
Mootummaan naannoo Tigraay, booji’amtoota waraanaa kuma tokko gad-lakkisuu isaa beeksisee jira. Booji’amtoonni kun miseensota Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa kanneen turan tahuu isaanii fi Jimaata dabre kana jechuun, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Adoolessa 9 bara 2013 irraa jalqabee akka gad-lakkisaman taasisamuu tu dubbatame.