Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Naannoo Benishaangul Gumuz Keessaa Buqqa’an Deggersa Dhabuun Rakkataa Jirra, Jedhu 


Faayilii - Namoota Benishaangul Gumuz keessaa buqqa’an
Faayilii - Namoota Benishaangul Gumuz keessaa buqqa’an

Naannoo Benishaangul Gumuz, godinaalee Asoosaafi Kaamaashii irraa manaafi qe’ee isaaniirraa buqqaafamanii godinaa Wallagga Lixaa, aanaa Mana Sibuu keessa qubatan, “deggersa argachuuu dhabnee, rakkoof saaxilamnee jirra” jedhan.

Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa Naannoo Oromiyaa ammoo “Namoota naannoo Bensihaangul Gumuz keessaa buqqaafaman gargaaraa jirra, yoo ragaan namoota Wallagga Lixaa keessa jiranii nu qaqqabe, isaaniinis ni gargaarra” jedhe.

Haaluma wal fakkaatuun, naannoo Bensihaangul Gumuz keessattis, namootni qe’ee isaaniirraa buqqaafaman kuma 361 ol jiraachuu ibsuudhaan, waliigalatti namoota gargaarsi barbaachisu kuma 417 caalaniif gargaarsa kennaa jirra” jedhe, Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa Naannichaa.

Namoonni Naannoo Benishaangul Gumuz Keessaa Buqqa’anii Amma Wallagga Lixaa Keessa Deggersa Dhabuun Rakkataa Jirra, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:58 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG